Sifan Medium Clinic-SMC

Sifan Medium Clinic-SMC Sifan Medium clinic is popular clinic found in West Arsi, Negele Arsi Town , melka shayit kebele infront of Taf Mobil station, Ethiopia.

service we provide are Medical and Health care.

Qorichaa Busaadhaaf jedhamee qophaayee kan Busaa irraa nama hin fayyisneeላማለሪያ ዋይም ዎባ ታማምዕን ላማዳን የታዛገጀ ግን የማይአድን ማዳኒት
21/12/2024

Qorichaa Busaadhaaf jedhamee qophaayee kan Busaa irraa nama hin fayyisnee
ላማለሪያ ዋይም ዎባ ታማምዕን ላማዳን የታዛገጀ ግን የማይአድን ማዳኒት

17/10/2024

Sifan Medium Clinic

Negele Arsi Town

==========≠=======

Urgent Vacancy

1. Internist and pediatrician = pertime (1+1)

2. Medical Doktor(Gp) = permanent(1) work experience 1 year and above.

3. Nurse Level 4 = permanent (1) work experience 1 year and Above

4. ENT trained and certified or ENT specialist = per time (1)

6. Gyn and obstetrician pertime (1)

5. Runner or Facilitator Nurse Level 3 or 4 (1)

Application period: 08/02/-25/02/2017EC.

By Email: Sifanhealthcare@gmail.com

Physically: Sifan Medium Clinic Room 1 or Sifan Drug Store

Contact:- +251984685786/091745588

Thanks

Vitamin D insufficiency and Deficiency ============≈====================It’s a fat-soluble vitamin that plays critical r...
20/09/2024

Vitamin D insufficiency and Deficiency
============≈====================
It’s a fat-soluble vitamin that plays critical roles in the proper functioning of your body, including bone health and immunity. It may even help prevent cancer and protect against several chronic conditions, includingTrusted Source:
1. Bone loss depression
2. Type 2 diabetes
3. Heart disease
4. Multiple sclerosis
Vitamin D deficiency is typically defined as having blood levels below 20 ng/mL, while levels from 21–29 ng/mL are considered insufficient. Most adults should get 1,500–2,000 international units (IU)Trusted Source of vitamin D daily.
Nb. Testing and knowing Your Level of Vitam D results with Fair price is 100% possible at Sifan Medium Clinic

This video explains all that you need to know about vitamin D deficiency and the symptoms, causes, and treatments to be aware of.

Bilirubin Test
12/09/2024

Bilirubin Test

High bilirubin levels may be a sign of liver disease. Find out about a simple blood test that can check your levels.

13/07/2024
07/01/2024
Qaamee 3 Guyyaa Tola Ooltummaa /gaarummaa sababeefachuun tajaajila bilisaa qorannoo Ulfaa guyyaa hadhaa Kilinika Gidduga...
08/09/2023

Qaamee 3 Guyyaa Tola Ooltummaa /gaarummaa sababeefachuun tajaajila bilisaa qorannoo Ulfaa guyyaa hadhaa Kilinika Giddugaleesa Siifan keessatti godhameen rakkinna adda baasuun Gara Hospitaala jalqabaa Nageellee Arsiiti hatatamaan erguun yaali baqaqsanii deesisuu godhamuun lubbuu daa'imaa hambisuu fi haati daa'amaa deessee harkati akka hammatu godhameera.
===============================
Qindoominnaan hojjachuun fayyaa Ummataa keenyaatiif Wabiidha!
====≈==========================
Qaamni Mootummaa guyyaa hadhaa hojii tola ooltummaa jetee mogaastee, Hospitaali Jalqaba N/Arsii, Wa/Fayyaa fi Buufatni Fayyaa, /B/Mag/N/Arsii baayee galatoomi!!!
=================================
Adis Tibabu (SMRT) fi Natsanat(ISEO) "staff" keessaan hunda wajjiin maqaa kooti fi Kilinika Giddugaleesa Siifanitiin baayee isin galateefadha, galatooma!!!

Beekamtii Kilinika Siifani Kennitanif Maqaa kootii fi Kilinika G/G Siifanitiin Galata Guddaa isiniif qaba!!!============...
25/08/2023

Beekamtii Kilinika Siifani Kennitanif Maqaa kootii fi Kilinika G/G Siifanitiin Galata Guddaa isiniif qaba!!!
================================
1.Waajjira Eegumsa Fayyaa Magaala Nageellee Arsii
2. Hospitaala Nageellee Arsii
3. Buufata Fayyaa Magaala Nageellee Arsii
4. Dhaabbilee Mootummaa fi dhuunfaa Bul/Mag Nageellee Arsii.
5. Hogatootni fi Hojjatootni Mootummaa fi Mit-Mootummaa Hundi keessanuu anaa bira dhaabbachuun Kilinikni Siifan sadarkaa kana irraa akka gayuu worrii gootan kabajaa guddaa isiniif qaba!!!

Oduu Cabsaa/Breaking NewsBaga Gammadaan Baga Gammadnee.=================================Yeroo Gabaabaa keessatti Qorsaa ...
02/04/2023

Oduu Cabsaa/Breaking News
Baga Gammadaan Baga Gammadnee.
=================================
Yeroo Gabaabaa keessatti Qorsaa Yaala Busaa (Malaria Treatment ) Gosa Hundaa
Bilisaan kennuuf qaama dhimmi ilaalatu wajjiin waliigaltee Xumuree Jira.
1.Artesunate qarshii 2030
2. Courtem qarshii 170
3. Artemetrine qarshii 200 fi 240,
4. primaquine qarshii 50
Akka dhaabbata dhuunfaati qorsa kaniin bilisaan kennuuf Mootummaa waliin waligaltee irra gayamee jira, kanaaf yeroo gabaaba keessatti kan jalqabnu ta'u keenya kabajaan isiniif ibsina.
==================================
Hawaasa ofii Tajaajiluun Badhaasa.
Serving of our community is a Reward.

Address

Negele

Telephone

+251984685786

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sifan Medium Clinic-SMC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Sifan Medium Clinic-SMC:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram