21/07/2023
💥💥💥 Beeksisa Qacarrii Haaraa 💥💥💥.
Hospitaalli Abbaa Seenaa Naqamtee Gita Hojii (ACCOUNTANT) irratti nama tokko qacaruu Barbaada.
1, Accountant
*Sad/Barnootaa/ Qualification: BA in Accounting, Economics, Banking & Finance and related fields.
* Muxannoo Waggaa 1 kan qabu/qabdu dabalataniis leenjii xumuraa (peachtree accounting) kan qabu kan qabdu.
* Baayyina 1(tokko)
* Saala lameenu.
* Miindaan iskeelii dhabbatichaan
* Guyyaan galmee guyyaa beeksisi kun ba’ee kaasee hanga Guyyaa 28/11/2015ti.
*Bakki Galmee/ Registration Place/: Hospitaala Abbaa Seenaa karaa dargee geessu jalqaba irratti.
Odeeffannoo Dabalataaf Bilbila /0917845251/0576605511/0944550075
🎴Abba Sena Hospital Nekemte 🎴
🎴Abba Sena Hospital wants to recruit employees in the following vacant positions
Position 1 – ACCOUNTANT
Qualification: Bachelor Degree in Accounting, Banking, Accounting and Finance, Banking and Finance, Economics, Management, Business Administration, Marketing, Sales and other related fields.
Deadline Hamle 28, 2015
🎴አባ ሰና ሆስፒታል ከዚህ በታች በተመለከቱት ክፍት የስራ መደቦች ላይ ሰራተኞችን አወዳድሮ አንድ ሰው መቅጠር ይፈልጋል
1 - አካውንታንት
የትምህርት ደረጃ፡ በአካውንቲንግ፣ ባንኪንግ፣ አካውንቲንግ እና ፋይናንስ፣ ባንኪንግ እና ፋይናንስ፣ ኢኮኖሚክስ፣ ማኔጅመንት፣ ቢዝነስ አስተዳደር፣ ግብይት፣ ሽያጭ እና ሌሎች ተዛማጅ ዘርፎች የመጀመሪያ ዲግሪ
የአንድ አመት ልምድ /የለዉ/የላት
የመጨረሻው ቀን july 28, 2015
መመዝገቢያ ቦታ፡- ወደ ዳርጌ በሚወስደው መንገድ መጀመሪያ ላይ አባ ሲና ሆስፒታል የሰው ኃይል ክፍል
ለበለጠ መረጃ ይደውሉ /0917845251/0576605511/0944550075