Vision Medium Clinic

Vision Medium Clinic Multi-speciality medical center offering the best quality healthcare at Nekemte city

TEESSOON KEENYA:-MAGAALAA NAQAMTEE  # Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee # ...
22/09/2025

TEESSOON KEENYA:-

MAGAALAA NAQAMTEE

# Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee

# Mana footoo Qiddus mikaa'el fuulduraan daandii koobil istoonii gara kataangaa geessurra

Lak bilbila..+251576604748

"YOUR HEALTH,OUR PRIORITY !"

VISION MEDIUM CLINIC

Kabajamtoo maamiltoota keenya maraaf :Bara 2018 baga nagaan geessan!bara fayyaa fi nagaa kan  milkaa'inaa isiniif haata'...
11/09/2025

Kabajamtoo maamiltoota keenya maraaf :
Bara 2018 baga nagaan geessan!
bara fayyaa fi nagaa kan milkaa'inaa isiniif haata'u!
🌼🌻🌼🌻🌼

HORDOFOONNI AMANTAA ISLAAMAA BAGA AYYAANA MAWLIIDDAATIIN ISIN GAHEVISION MEDIUM CLINIC YOUR HEALTH, OUR PRIORITY!
04/09/2025

HORDOFOONNI AMANTAA ISLAAMAA

BAGA AYYAANA MAWLIIDDAATIIN ISIN GAHE

VISION MEDIUM CLINIC

YOUR HEALTH, OUR PRIORITY!

DAA'IMMAN RAKKOO ONNEE QABANDaa’imman rakkoo onnee isaan waliin dhalate yookiin rakkoo onnee erga dhalatanii booda itti ...
29/08/2025

DAA'IMMAN RAKKOO ONNEE QABAN

Daa’imman rakkoo onnee isaan waliin dhalate yookiin rakkoo onnee erga dhalatanii booda itti dhufuuf saaxilamuu danda’u. Mallattoon isaan agarsiisanis umurii waliin wal qabachuun adda adda tahuu mala.

Daa’imni tokko rakkoo onnee godhachuun yoo dhalate mallattoolee armaan gadii mul’isuu danda'a:

🔥Harma haadhaa yeroo hodhan hafuura ciccituu

🔥Yeroo harma haadhaa hodhan dafquu baay’isuu

🔥Hanga yaadamu ulfaatina dabaluu dhabuu


🔥Daddaffiin harganuu
🔥Qubni harkaa fi miilaa gugurraacha’uu
🔥Irra deddeebbiin infeekshinii qomaaf saaxilamuu

🔥Yeroo isaanii eeganii deemuu yookiin dhaabbachuu dadhabuu

🔥Yoo itti cimaa deemu qaamni dhiitahuu; innis miila irraa eegala
fi hafuura adda adda muru

🔥Dadhabbii fi sosochii qaamaa hir’isu
🔥Fedhiin nyaataa hir’achuu

MAAL GOCHUU QABNA❓
👌Mallattoolee armaan olii yoo irratti argine qorannoo onneef taasifamu qaban gochisiisuu;

👌Yoo rakkoo onnee qabaachuu adda baafanne yaala barbaachisu hakiima isaanii waliin marii’achuun wantoota kennaman seeran hordofnee kennuu;

👌Rakkoon dabalataa haaraa irratti yoo argaman hatattamaan hakiima isaanii mariisisuu;

👌Nyaata madaalamaa akka sooratan gochuun jabina maashaa isaaniif fayyada.

Dr.LENSA T( Isepeeshaalistii Yaala Daa'immanii)

VISION MEDIUM CLINIC

YOUR HEALTH, OUR PRIORITY !

Pregnancy doesn’t just alter a woman’s body—it also increases her susceptibility to malaria.  Coupled with a naturally s...
22/08/2025

Pregnancy doesn’t just alter a woman’s body—it also increases her susceptibility to malaria.
Coupled with a naturally suppressed immune response during pregnancy, this heightens the risk of contracting malaria.

But malaria’s dangers extend well beyond the infection itself:

- Greater likelihood of experiencing severe malaria

- Increased risk of miscarriage or stillbirth

- Greater chance of low birth weight and neonatal death

- Elevated risk of maternal anemia and associated complications

Prevention matters. Every measure counts—from sleeping under insecticide-treated bed nets to early detection and access to safe treatment. It’s essential to focus resources and efforts on protecting the most vulnerable: pregnant women, and the precious lives they carry.

VISION MEDIUM CLINIC

YOUR HEALTH, OUR PRIORITY!

TEESSOON KEENYA:-MAGAALAA NAQAMTEE  # Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee # ...
20/08/2025

TEESSOON KEENYA:-

MAGAALAA NAQAMTEE

# Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee

# Mana footoo Qiddus mikaa'el fuulduraan daandii koobil istoonii gara kataangaa geessurra

Lak bilbila..+251576604748

"YOUR HEALTH,OUR PRIORITY !"

VISION MEDIUM CLINIC

To all our esteemed customers:We are happy to announce that Dr.Lensa (a very skilled,enthusiastic and kind Pediatrician)...
17/08/2025

To all our esteemed customers:
We are happy to announce that Dr.Lensa (a very skilled,enthusiastic and kind Pediatrician) has resumed working on Sunday afternoon starting from today in addition to other regular working days.
Please come and get the best treatment and care for your children!
VISION MEDIUM CLINIC
(we treat the creator heals!)

Kabajamtoota maamiltoota keenya maraaf:
Dr.Leensaa (Ispheeshaalistii yaalii daa'immani,ogeetti jabduu,garage laafinaan daa'imman yaaltu) Sanbata guddaa waaree booda guyyaa har'aa kaasee waan argamtuuf,tajaajila gaarii ijoollee keessaniif ishee bira kottaa argadha.
KLINIIKA G/G VIIZINII
(nuti niiyaalla uummaan nifayyisa)

TEESSOON KEENYA:-

MAGAALAA NAQAMTEE

# Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee

# Mana footoo Qiddus mikaa'el fuulduraan daandii koobil istoonii gara kataangaa geessurra

Lak bilbila..+251576604748

Address

Nekemte , Infront Of City Auditorium 100 Meters To Katanga Road
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Vision Medium Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Vision Medium Clinic:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category