Health professionals association

Health professionals association This page is for healthy professionals and who support health proffessionals

31/07/2025
21/01/2025
Kunis deebii Isa nuf egamu qaba.
02/06/2024

Kunis deebii Isa nuf egamu qaba.

Kun akkam ta'e ya 70

31/05/2024

πŸ‘©β€πŸ¦½β€βž‘οΈNama gargaaruf Nama ta'u qofti gahadha.πŸ‘©β€πŸ¦Ό
Guyyaa 28/8/2016
Dambii Dolloo
Mucaa maqaan ishee Ayyaanee
Kasahuun Boonjaa jedhamtu
Bara 2012 balaan tasaa fooqii yks Gamoo Abbaa darbii. 5ffaa Yuuniversitii Dambii Dolloo irraa kuufun balaan ciimaan qaama ishee irra gahe ture.yeroo sanas yaaliin godhameefi Ture . yaaliin yeroo sana godhameef artificial internal fixcetional akka lafeetti yks cartilage kan gargaaru godhameef Ture .ta'us yeroo Amma kana meeshaan yeroo sana luuka ishee lama keessa jiru keessa tokko cabuu yks miidhamuun rakkoo hamaa keessa jirtin .yoo dugdii nagaa ta'eedha kan namni tokko fincaanii Fi bobba'aa yeroo feedhetti bahe yks yeroo hin danda'amne immoo to'aachu danda'u.garuu mucaan Garu Amma rakkoo hamaa keessa jirtin fincaan to'aachu hin dandeessun.
πŸ“’πŸ“’πŸ“’πŸ“’πŸ“£πŸ“£πŸ“£πŸ“£πŸ“£πŸ“£πŸ“£
Abbaan mucaa kana Obboo Kasahuun Boonjaa hojjeeta Garee Bulchiinsa seektera fayyaa Aanaa sayyooti.hojjeetan mootummaa yeroo Amma kana dhukkubsate ittin yaalamu miti ,qarshiin argacha jiru immoo maatii isaa nyaachise bulchuuf gaha miti. Qarshiin yaaliin mucaa kana gaafatani jiran tilmaaman birri itoophiyaa 400,000 ol akka ta'e abbaan mucaa kana dubbaatani jiru.qarshiin Kun hundii immoo maatii kanaatti waan ulfaatef hojjeetaa mootummaa Aanaa sayyoo,Fi naannoo ishee akkasumaas qaamni nama kana deeggeruuf feedha qabdan sadarkaa godinaatti,sadarkaa naannootti ,sadarkaa biyyaatti waan dandeessan bira akka dhaabbatan jecha, account maqaa mucaa kanaan baname jiru kan armaan gadii kanaadha.
Fayyaa hin dhabin
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
acc.ishee bilbila ishee waliin maxxansineerra baankii Awash #013471033302200 CBE #1000335071321
lakkoofsa bilbila #0907665429 bilbilaanis dubbisaa jajjabeessaa haala gaarii irra in jirtu waan ta'eef namatu oliif gadi sochoosa.
galatoomaa
Kadhaatan illee bira dhaabbadha..................................................
Video armaan gadii Kun kan seena ishee gabaabinan ibsuudha.kan waraabamees yeroo isheen foyyee qabduudha.amma haala ammaata keessa jirtin.
Beellamni ishee guyyaa gaafa 16/9/2016 waan ta'ef waan dandeessan bira dhaabbaadha.
"Loomiin shantaamni Nama tokkof ba'aadha ,Nama shantaamaf Garu tapha " jedhama mitire !!!
Waan dubbistaniif galatoomaan!!!

31/05/2024

Tokkummaan keenya waliin !!!!

Address

Nekemte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Health professionals association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram