Milki Medical Center

Milki Medical Center mainly focus on health and briefly we will try to make descriptions on common disease in our country

16/04/2024

Sadarkaa fayyaan qabdu beekuu barbaannaan Hospitaala deemii warra siree irra ciisee yaalamu dubbisi
Sadarkaa haadhaa fi abbaa keetii beekuu barbaannaan warra haadhaa fi abbaa hin qabne gaabbii isaan keessaa jiran gaafadhu
Sadarkaa ilmaan teetii beekuu barbaannaan warra ilmaan irraa dhukkubsatan, du'an akkasumas bakka ilmoon nama itti kufuu hin qabnetti kufan gaafadhu yoo san siif gala ilmoon maal akka taate
Waan beelaa fi dheebuun nama gootu beekuu barbaannaan warra dheebotee fi beelawe gaafadhu
Sadarkaa nageenyi qabu beekuu barbaannaan warra nageenyi itti booraye gaafadhu yoo san akka gaaritti siif galaa
Biyya ofii dhabuun maal akka nama gootu beekuu barbaannaan warra biyya ofii dhabee jireenya godaansaa keessa jiru gaafadhu
Sadarkaa waa hundaatuu nama dhabetu irra beeka kan harkaa qabu caalaa

Address

Robe

Telephone

+251912276370

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milki Medical Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Milki Medical Center:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram