18/05/2025
Hospiitala Diima 🫵
Guyyaa 10/9/2017 Foraum Hawwaasa bakkaa mngt Hospiitala argamaaniittii kutaa Hawwaasa bal'aa waaliin haala keennaa tajaajjiila fi ittii quffiinsa irraattii gaggeefameen tajaajjiilonnii muraasni kaan akkaa x-Ray,Pathology ,Ultrasound, kaana duura alaattii ergama kaan turee Hospiirala keessattii hojjeetamun jijjiirama guddaa akkaa fiide hawwaasni bal'inaan kaase jira.Haa taa'u maale ogeessoonnii keenya Haala rakkiisa keessa teessaanii ummaata kaana tajaajjiilun ulfiina waan taa'ef haaluma kaanan ittii fuuftanii akkaa hojjeetan kaan jedhaan bakkaa bu'oota ummaata irraa ergaa guddaa dabaarsanii jiru.Hanqiinota muurasa mul'aatan akkaa sirreessiitan jechuun kaan kaasan kaan akkaa mana fincaanii fi Hojjeetan muraasni sa'aatin waan hin gaallef akkaa sirraatu koomi hawwaasa biira kaa'edha.Dhumaa irraattii koomii hawwaasni kaase kuun bajaata waan barbaaduf qaama dhimmii ilaalatu waalin dubaannee ni furraa kaan jedhaan Hojii Gaggeessa Olaana Hospiitala Diima Obboo Tashooma Soorii akkaata ulfaatina isaatin rakkoo kaana hundee irraa ni furraa jechuun dubbaatanii jiru
Fayyaan Fayyaa !!!!!!!!!!!