08/05/2025
“Yoo dubartii Jaalalaan maraatte na agarsiifte, animmoo nama hin duune sin agarsiisa”
Weellisaa Asgee Dandeshootu je’e.
Dubartiin jaalalaan hin maaraattu ja’a Willisaan kun. Sababa isaa yeroo ibsu immoo "Dubartiin nama hin jaalattu, kan jaalattu dandeettii dhiiraa, Qarshii, dhaabbata ykn eegumsa (protection) inni godhuuf qofa. Kun immoo jaalala hin ja’amu jechuudhaan ibsa. Itti dabaluunis ''Mee dubartii qabeenya qabdu tan jaalalaan qabamte argitanii beeytanii? Hin beektan.” Ja’a
Sababni isaas dubartiin qabeenya qabdu jaalalaaf iddoo hin qabdu. ishiin kan dhiira barbaadduuf tarii ilmoo argachuu qofaaf taha.
Gama biraatiin garuu ilmi dhiiraa ulaagaa dubartii ittiin filatu hedduu hin qabu. Wanni inni hin feene tokko kan dubartii Kabajaa isaa tuyxu tqofa” jechuudhaan weellisaan kun barreessee fuula fb isarratti maxxanse.
Isin hoo kanaan waliif galtan moo? 🤷♂️
Yaada keessan ✍️👇