Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD, Médecin, 4 Avenue De L'observatoire, Île-de-france, Paris.
(1)

Carraan kun akka isin jala hin dabarre. Dafaa yeroodhaan galmaa'aa PixeTap Airdrop hunda caalaa qarshii qaba jedhamaa ji...
05/06/2024

Carraan kun akka isin jala hin dabarre. Dafaa yeroodhaan galmaa'aa PixeTap Airdrop hunda caalaa qarshii qaba jedhamaa jiraa. Namoota karaa link isa gadii seenaniif Bonus ni kennama. Akkasumas hiriyyoota keessaniif share gochuudhaan ammuma qarshii hojjadhaa.

Link comment jalaa ni argattu.

Amaloota dhiira dhugaan dubara tokko jaallate irraa mul'atan! Shamarraniif. ○••••••••••••••••••••○••••••••••••••••••○● S...
25/10/2023

Amaloota dhiira dhugaan dubara tokko jaallate irraa mul'atan! Shamarraniif.
○••••••••••••••••••••○••••••••••••••••••○
● Shamarri tokko dhiira hedduudhaan gaafatamuu dandeessi. Akkuma waan ishee jaallatee, guyya guyyaan kan isheef bilbilaa oolus tokkoof lama miti, hedduudha. Afaan isaa mi'eeffatee waan haasa'uuf waan dhugaan ishee jaallate itti fakkaatas ta'a. Dhiironni akkasii muuxannoo waan qabaniif shamarran hedduu faana waan badaa hedduu gochaa oolu. Xiin-sammuu shamarree irratti xiyyeeffatanii sana waan hubataniif, waan ishee gammachiisuu fi abdii itti horu raawwatu. Abshaalummaa isaanii harkaa bahuu hin dandeessu. Erga waan garaa isaa raawwatees dhimma ishee hin qabu. Kun immoo jireenya dubartoota hedduu wantota booressan keessaa isa ijoodha.
○••••••••••••••••••••○••••••••••••••••••••○
Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Wal Quunnamtii Saal*aa Dukkanaan ykn Ifaan Raawwachuu.●••••••••••••••••••••●••••••••••••••••••••●Nyaata nyaachuf ijaan i...
22/10/2023

Wal Quunnamtii Saal*aa Dukkanaan ykn Ifaan Raawwachuu.
●••••••••••••••••••••●••••••••••••••••••••●
Nyaata nyaachuf ijaan ilaalun waanuma jirudha. Garuu Yeroo baay'ee namni ibsaa dhaamsee wal quunnamtii raawwata. Kan ija keessa wal ilaalaa raawwachuu jaallatus jira. Garuu dukkanas ta'ee ifa keessatti raawwachuun sirna wal qunnamtii saal*aa irratti dhiibban inni qabu hin jiru. Kan ifaan wal quunnamtii saa*laa raawwatu dukkana haa yaalu, kan dukkanaan raawwatu immoo ifaan raawwatee haa ilaalu.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Garaagarummaa fi Faayidaa Wal quunnamtii saal*aa Ifaan raawwachuu fi dukkanaan raawwachuun qabu.
Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Dubartoonni yeroo wal quunnamtii saa*laa kajeelan mallattoo akkamii agarsiisu?Dubartoonni baay'een yeroo wal-quunnamtii ...
21/10/2023

Dubartoonni yeroo wal quunnamtii saa*laa kajeelan mallattoo akkamii agarsiisu?

Dubartoonni baay'een yeroo wal-quunnamtii saal*aa kajeelan afaanin dubbachuurra mallattoon agarsiisun itti salphata. keessumaa kan biyya keenyaa....

Dubartiin tokko gaafa S£X si waliin raawwachuu feete sosochii qaamaa isheen sitti agarsiiftuun baruu dandeessa. Sochiin qaamaa dubbii afaanii caala ergaa guddaa dabarsuu danda'a.
1. Si ilaaluu
Ija osoo hin libsatiin sirra dhaabuu. Gaafa sana agartuu dhiibuudhaan ija sitti baafti. Hanga ati ishee hin agarretti iji ishee sirraa ol hin jedhu.
2. Oduu sitti odeessuu............

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Turtii Wal quunnamtii Saa*laa Dheeressuuf.•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••■ Dhiirri tokko wal quunnamtii saa*...
11/10/2023

Turtii Wal quunnamtii Saa*laa Dheeressuuf.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
■ Dhiirri tokko wal quunnamtii saa*laa irra turuun hedduu isa gammachiisa. Garuu immoo dhiirri akkuma dafee raawwachuuf fiigu dafee quufee keessaa ba'as. Dubartii garuu ergasii fedhiin itti ka'ee, gugguba. Dhiirri fedhii ba'uuf qaama isaa itti seensisee baasuu qofti ga'aadha. Fedhiin dubartootaa garuu wal xaxaadha. Seensisanii baasuu qofti hin ga'u. Wal quunnamtii saal*aa irra turanii jaalallee/haadha warraa ofii fedhii baasanii waliin gammaduuf maloonni armaan gadi kunneen murteessadha.

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

10/10/2023
Position wal quunnamtii Saa*laatiif gammachiisoo ta'an.•••••••••••••••••••••••••••••••••••••Wal quunnamtiin saal*aa(S£X)...
05/10/2023

Position wal quunnamtii Saa*laatiif gammachiisoo ta'an.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Wal quunnamtiin saal*aa(S£X) dhiiraa fi dubara gidduutti gaggeeffamu akkuma ibidda qabateeti. Yoo wal hin gargaarre, yoo wal faana hin dhaamsine, walitti qabee walitti dhufeenya namaa bobeessee daaraa godhee balleessuu danda'a. Akkaataa ciisicha garaa garaa jijjiiranii wal raawwachuun madda gammachuutiif, miiraa walii eeguuf, jaalala jabeessu fi bultii miidhagsuuf baay'ee barbaachisaadha.

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

YEROO WALQUNNAMTII SAAL*AA QAAMOTA DAGATAMUU HIN QABNE.••••••••••••••••••••••••••••••••••••••■ Dhiirri tokko jiruuf jire...
04/10/2023

YEROO WALQUNNAMTII SAAL*AA QAAMOTA DAGATAMUU HIN QABNE.
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
■ Dhiirri tokko jiruuf jireenya walqunnamtii saal*aa inni raawwatu keessatti kan isa gammachiisu yoo jiraate, yeroo wal qunnamtii saal*aa raawwatu yoo ishee amansiisedha. Dhiirri tokko siree irratti miira dubaraa erga kakaasee ofii gadi lakkisee booda ishee immoo xiqqoo kan hafu ta'ee, 'maaloo maalif dhaabda raawwadhu malee' yeroo jettu kan isaammoo fedhiin du'ee waan jiruuf waan godhu yoo dhabu, deebii isheedhaa laachuu yoo dadhabu qaanii guddatu itti dhaga'ama.

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Hubannoo Hawwaasaaf, Wal qabachuu qaama sa*laa dhiiraa fi dubartii yeroo wal qunn*amtii sa*laa.•••••••••••••••••••••••••...
29/09/2023

Hubannoo Hawwaasaaf, Wal qabachuu qaama sa*laa dhiiraa fi dubartii yeroo wal qunn*amtii sa*laa.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Sareen yeroo wal qunna*mtii sa*laa raawwattu qaamni sa*laa isaanii maaf wal qabata (walitti rakkata)?

2. Haalli kun nama irratti hoo mudachuu danda'a?
Akkuma ilma namaatiif wal qunn*amtiin sa*laa bu'uura ta'e, bineeldotaafis akkasuma. Akkuma ilma namaa fedhii qabu, karaa ittiin wal hor*anii fi sanyii isaanii ittiin fufsifatanisiidha.

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Dhiirti hoggaa umriin isaa dabalaa deemtu maaliif fincaan if jalaa achi fageeysuu dadhabdi?*****************************...
28/09/2023

Dhiirti hoggaa umriin isaa dabalaa deemtu maaliif fincaan if jalaa achi fageeysuu dadhabdi?
********************************************
Fincaan of jalaa achi fageeysuu dadhabuun yeroo baayyee namoota umriin deeman irratti mullata. Kuniis afuuffee fincaanii keessaa hoggaa fincaannu fincaan sirritti dhumuu dhabuu agarsiisa. Gaafa joollee anaafi ati kan fincaan irra dheereeysu ykn irra achi fageeysu jechaa joollee wajjin waldorgoomuu namni dagatu jiraa?

Mallattoon kophaa isii odoo hin tahin Mallattoolee akka fincaan amma amma nama qabuu, nama mudduu, fincaan si guutee odoo jiruu yeroo mana fincaanii deemte ofirraa dhabuu, erga ficaantee booda fincaan namarraa cituu didee dhab dhab nama dararu, fincaan namatti kukkutamuu fi kkf waliin jiraachuu danda'a.
Maaltu namatti fida?
🔸️ Xannachi piroosteetii kan morma afuuffee fincaanii marsee argamu iitaawuu.. Benign prostatic hyperplasia -- kun namoota umrii 50 fi achii olii mudata
🔸️Cirracha afuuffee fincaanii -- kun yeroo baayyee namoota dargaggeeyyii irratti mullata
🔸️ Ujummoon fincaan afuuffee fincaanii irraa fincaan garaa alaattii geejjibdu dhiphachuu-- sababa cophxoo fi dhohicha ykn rukuttaa qaama saalaa irra gaheen fi kkf
🔸️ Kaansarii afuuffee fincaanii fi xannacha piroosteetii fi kkf
🔸️ Qoricha tokko tokko

Maal godhuu qabna?
1. Bishaan baayyee dhuguu
2. Dhugaatii akka alkoolii, bunaa , shaayii fi kkf irraa fagaachuu
3. Yoo sababa Qoricha fudhattaniitiin ta'e ogeeysa fayyaa mariisisuu
4. Dhibee akka sukkaraa sirritti yaalamuu
5. Yoo kana hundaan isin dhiisuu dide gara mana yaalaa deemuu!!

Fayyaa hin dhabinaa
Dr.ToDr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Respect!!Dubartoota keenyaaf kabajatu mala!Gaafa heerumtu qaamni/ garaan isii bareedaa, lallaafaa, diriiraa fi laaltu ka...
25/09/2023

Respect!!
Dubartoota keenyaaf kabajatu mala!
Gaafa heerumtu qaamni/ garaan isii bareedaa, lallaafaa, diriiraa fi laaltu kan ijatti nama hawwatuudha!

Garuu yeroo ulfooyte fi erga deesse booda gogaan lallaafaan garaa ni jabaata, halluun jijjiirame godaannisa fakkaata!
Kana namni haadha manaa qabdan mirkaneeffachuu dandeessu!!
Qaama isaani aarsaa godhanii gara addunyaa kanaa nu fidan!!
Harmeen teenya bara baraan nuuf haa jiraattuu!!
Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhDDr.Tolashi Wakgari-MD,PhDDr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Dhangala'aa adii qaama S♡♡laa (mi*lky whit*ish genita*l discha*rge) beektuu?°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°☆Dhangala'aan...
23/09/2023

Dhangala'aa adii qaama S♡♡laa (mi*lky whit*ish genita*l discha*rge) beektuu?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
☆Dhangala'aan kun afaan ingiliffaatin "leuk*orrhea" jedhamee beekama. Shamarran irratti umurii dargaggummaa irraa kaasee hanga marsaan l*guu dhaabbatutti mul'achuu ni danda'a. Yeroo hedduu sababa jijjiira hoormoonii sa*laatin dhufa. Qaamni sa*laa maloota ittiin of qulqulleessu waan ta'eef yeroo baayyee noormaalidha, garuu yeroon rakkina agarsiisus inuma jira.

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Adresse

4 Avenue De L'observatoire, Île-de-france
Paris
75006

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager

Type