Dr firomsa abdala

Dr firomsa abdala Xilxila siyyasa

30/01/2024

Nama Bu’aa Qabu
Rabbi Si Haa Taasisu

Yadda akkam kesa jirtu 1 irra 9 sagal filladhu
17/03/2023

Yadda akkam kesa jirtu 1 irra 9 sagal filladhu

03/02/2022
11/06/2021

Ati cina qama koti anis jiru cina qama keti

16/11/2020

Dhibee Toonsilii/infeekshinii Toonsilii akkamitti manatti of yaalla?
==============================
1. Bishaan ho'aa baayinaan dhuguu
2. Bishaan bircuqqoo tokkotti soogidda fal'aana walakkaa naqnee xiqqoo ho'isuun ittiin hanga qoonqoo keenyatti lulluuqachuu. Sekondii 30-45f
3. Damma fal'aana tokkoo fi soogidda fal'aana walakkaa bishaan xiqqoo ho'aatti naquun yeroo yerootti lulluuqachuu
4. Yeroo dhibee kanaan qabamnu nyaatawwan jajjaboo tahan kanneen akka chiipsii, appilii ykn kaarotii dheedhii yeroo nyaannu qoonqoo keenya waan nu dhukkubsaniif amma fayyinutti soorachuu dhiisuu.
5. Yeroo dhukkubbii toonsilii sagaleen waan nama duuduu danda’uuf sagalee guddaan haasa’uurraa of qusachuu; Sababni isaas dhukkubbii sana daraan hammeessuu danda'a.
6. Boqonnaa fudhachuu
7. Loozenjis Kan jedhaman ; Kan faarmaasirraa gurguraman; Kan akka karameellaatti xuuxamu waan jiruuf isa fayyadamuunis gaariidha!

Yeroo akkamii Mana yaalaa deemuu qabna?
√Dhukkubbiin guyyaa lamaa oliif yoo nurra ture
√Dhukkubbii qoonqoo hamaa Kan nyaata nyaachuu fi liqimsuu nu dadhabsiisu
√Hafuurri namatti ciccituun yoo nu mudate
√Ho'inni qaamaa olaanaa guyyaa sadii oliif yoo nurra ture
√Dadhabbiin baayyee yoo nu mudate
√Toonsiliin baayyee yoo namarra ture hammaachaa deemuun Malaa kuufachuu; akkasumas Dhibee onneef qaamota biroof nu saaxiluu danda'a.

Akkamitti ofirraa dhorkina.
√Jarmiileen Dhibee toonsilii fidan baayinaan namaa namatti waan daddarbaniif harkaa keenya nyaata duraa fi booda sirriitti dhiqachuu qabna
√ Bircuqqoo bishaanii fi biruushii ilkaanii waliin fayyadamuu dhiisuu
√Akkasumas yeroo qufaataniif haxxiffattan ciqilee keessan ykn erbeen haguuggachuun gara nama biraatti akka hin dabarre gochuu.
Fayyaa hin dhabinaa!
Dr Nafyad Getu!

16/11/2020

Ogeessi fayyaa tokko
✔️ fuula ifaa taheen dhukkubsataa isaa simachuu
✔️ ulfina kennuufii
✔️ yeroo kenneefii dhaggeeffachuu
✔jajjabeessuu, gorsa fayyaa kennuufii, waa'ee dhibeesaa sirriitti hubachiisuu qaba/di.
Sababnisaas dhukkubsataan tokko sababa dhukkubasaa yeroo dhiphatu dhibee biraafillee saaxilamuu danda'a waan taheef!
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu

Address

Sudan Khartoum
London
XILXILASIYYASA

Telephone

+249922792527

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr firomsa abdala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr firomsa abdala:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category