Dhugaan Tulluudha hin dhokatu

Dhugaan Tulluudha hin dhokatu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhugaan Tulluudha hin dhokatu, AIDS Resource Center, Oromian, London.

17/12/2023

Nama sijalaa bade daftee inargatta. Ati ofjalaa yoo badde garuu, GPSn argama/location/ kee sitti mul'isu injiru. Dafees immoo sitti inmul'isu.
Namatu dubbisee siin kolfa; sittis kolfa. Namni of jalaa yoo bade jireenya gaddaaf gadadoo jiraata, waan dhalateefykn dhalatteef wallaalte joora jawwaraa taata.atis miira kee jeeqaa sansaka boora'een jiraatta. Kanaafi, warri of jalaa bade akka ofargatu fedhee kanan barreesseef. Namni akki inni itti ofjalaa badu waan keessa ofbarbaadee keessaa ofdhabuu keessaa natti argama. Waan ganda irratti jibbaa jiruuf gaadi'amuu isaatiin, abdii of keessaa qabu harcaasuu isaatiin, ejjannoo jabaa irraa gara ejjannoo dhabuutti liqimfamuun, mul'ata qabaachuu irraa gara mul'ata dhabuutti kufuufi kan kana fakkaatan keessaa natti argama.kanaafu
Page kana follow gochuun barnoota baay'ee waliin baranna waan taef like share gochuun barree wal haa barsiisnu

Address

Oromian
London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaan Tulluudha hin dhokatu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share