
05/01/2024
Akkuma beekkamu obboleettiin keenya B/ttu SIIFAN HIRPHASAA kan jedhamtu torbanoota lamaan darbe keessa balaa hin beekamneen Russia Moscow'tti du'aan boqochuun ishee ni yaadatama,
Ta'us garuu hanga ammanatti reeffi ishee hin dhufiin jira odeeffannoo tokko tokkoon Wal qabateemmoo namoonni baayyeen biyyarraa har'a boru jechuun dabareedhaan hawwaalchi har'a jedhanii gara maatii isaanii dhufanis dubbiin hawwii qofa taate😭😭
Kanaaf ammaaf guyyaan hawwaalcha ishee hin mirkanoofne. Sababni isaa guyyaan dhufaati isaa hin beekkamne😭😭 maatii fi firoottan isaaniif jajjabina hawwaa. Guyyaa gabaabaa keessatti akka xumuramuf waaqayyon nuuf kadhadhaa🙏🙏🙏
share this page pls