Qamuu show

Qamuu show Qamar

Anis Muudameera😍🙋Odeeffannoo xixiqqoo barruudhan  akka dabarsuuf muudameera      Fkn wantoota isin rakkisan yaada keessa...
07/10/2021

Anis Muudameera😍🙋

Odeeffannoo xixiqqoo barruudhan akka dabarsuuf muudameera

Fkn wantoota isin rakkisan yaada keessan qooddachuu barbaaddan ta'e Page Qamuu Show jedhu kana irratti gara Messengertin yaada keessan ergaa

Booda maal akka gochuu qabdu yaada namootaa dubbistee wan gochuu qabdu goota

Fkn wanta
Fkn adeemsa Jaalalaa
Haala jireenyaa
Yaada Dhuunfaa keetti
Si rakkisee
Adeemsa kaayyoo kee
Fii kkf

Hubaachiisa..

Barruun isin ergitan baayyee ta'uu hin qabu
Yaada keessan gabaabinaan ibsadhaa ergaa

Dabalataan
Maqaa kee guutuu yoo ibsites rakkoo hin qabu yoo Qubbee takka bakka buuftes

Anis hawaasa koo tajaajiluuf murannoon ka'ee jira🙋😍🧑‍🏭

07/10/2021

⭐️⭐️

Address

Riyadh

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qamuu show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category