Sagalee Ummata oromo

Sagalee Ummata oromo Sagalee ummata Oromo sagalee Ummata Oromo

02/07/2024
25/05/2024
25/05/2024

Dhalttoonni oromoo goodinaalee harargee yuunivarsitii odaa bultumitti baratan rakkoon
Gabaa jimaa mudate akka furamuuf paarlaamaa
Itoophiyaa caffee oromiyaafi mootummaaf xalayaa
banaa barreeysan.

Barattoonni xalayaa banaa barreeysan kanaan
Uggurri gabaa jimaa irra kaayame ummata
Harargee diinagdeen cabsuu irratti kan xiyyeeffateedha jedhan.

Barattoonni yuunivarsitii odaa bultum rakkoo
gabaa jimaa mudatee ummata hiyyummaafi
beelaaf saaxilaa jiru kana qaamoonni hawaasa
bakka bu,uun caffee oromiyaafi paarlaamaa Itoophiyaa keessa jiran hatattamaan akka furan
gaafatanii jiru.

Barattoonni goodinaalee harargee yuunivarsitii odaa bultumitti baratan dhima uggura gabaa jimaa
Irra kaa,amerratti bakka bu,oota ummataa fedraalaafi
Naannootiif xalayaa banaa barreeysan.

Barattoonni xalayaa banaa barreeysan kanaan miseensota paarlaamaa Itoophiyaa fi caffee oromiyaatiin sababa rakkoo gabaa jimaa mudateen
Ummanni beelaafii hiyyummaaf saaxilamee daandii irratti bahee kadhataa osoo jiruu maaliif calliftan jechuun kan gaafatan yoo ta,u imaammata dabaa
Ummata irratti labsamee hiyyummaaf ummata saaxilaa jiru kana callisanii laaluun sirrii miti jedhanii jiru.

Qondaalonni goodinaalee harargee bulchanis ummata sababa uggura jimaa irra kaayameen rakkoof saaxilamaa jiruuf furmaata barbaaduu akka qaban
Barattoonni kun gaafatanii jiru.

Mootummaan nidhufa nidabra garuu ummanni yoomuu ni jiraata kan jedhan barattoonni yuunivarsitii odaa bultum qaamota mootummaa keessa hojjatan
Hundaan ummata keeysan cinaa dhaabbadhaa gaafii seenaa jalaa bahaa jechuun waamicha taasisani jiru.

Rakkoon gabaa jimaa mudate rakkoo nam-tolchee
Hoogantoonni biyyatii faayidaa dhunfaa isaaniitiif
harka gabaa jimaa keessa galfachuun uumaniidha jedhan.

Heerri mootummaa fedraalawa Dimokraatawa rippaablika Itoophiyaa keewwata 40 jalatti mirgoota diinagdee hawaasummaa fi aadaa jechuun ibsee jira
Kan jedhu xalayaan banaa kun, keewwata kana muraa
Tokko jalatti lammiin Itoophiyaa kamuu mirga abbaa qabeenyummaa dhuunfaa qabaachuufi irraa fayyadamuu akkasuma hanga abbaa barbaadaniif dabarsutti hayyamee jira jechuun barreeffamee
Jira jedha.

Mirgi qabeenya horachuu heera mootummaa Itoophiyaa keessatti caqafamee akka kabajamus gaafatanii jiru.

Bay status Abdunaasir Qamar 🫡 sheer like godhaa galatoomaa

03/04/2024
10/03/2024

Baga geenye baatii barakha wara leeylattulqadrii qunnamu nuhaagodhuu qunnamu

25/11/2023
25/11/2023

Magaala funyaan bira keessati viidon tun

26/04/2023
Yaa Jawar Mohammed
26/04/2023

Yaa Jawar Mohammed

Address

Riyadh

Telephone

+251904079999

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee Ummata oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Sagalee Ummata oromo:

Share