Dr Milkessa Midhaga

Dr Milkessa Midhaga New Page Follow

Jaal Daawud Ibsaa, HD ABO waliin fuuldurri Oromoo, kan Afrikaanotaa ifa dha. Gaafa Qeerroo Bilisummaa Oromoo labsan kuma...
18/12/2022

Jaal Daawud Ibsaa, HD ABO waliin fuuldurri Oromoo, kan Afrikaanotaa ifa dha. Gaafa Qeerroo Bilisummaa Oromoo labsan kumatu itti duule booda miliyoonatu deeggaree jijjiiramni dhufe. Jijjiiramni sun butamus ammas MCBNO labsaniiru. Amma namootni morman jiru. Boodarra miliyoonotatu ittiin afuura nagaa waaraa hargana.

Galata argadhaa!!

Oduu Hatattama Dhimma Lafa Gammoojji Yookiin Barahaa Afriikaa Kessa Deemu Jawar Mohammed Wajjiin Wala qabatee Link Kana ...
16/12/2022

Oduu Hatattama
Dhimma Lafa Gammoojji Yookiin Barahaa Afriikaa Kessa Deemu Jawar Mohammed Wajjiin Wala qabatee
Link Kana banuun itti dhihaadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/uP0acels_5I

Bulloon Garamaamuu Tola✊️
15/12/2022

Bulloon Garamaamuu Tola✊️

https://www.youtube.com/Daqiiqaa muraasa booda gadi dhiifama,Subscribe gochaa eegaa.!🙏Biqiltuu Waaqasaa
12/12/2022

https://www.youtube.com/
Daqiiqaa muraasa booda gadi dhiifama,
Subscribe gochaa eegaa.!🙏
Biqiltuu Waaqasaa

Simbirtuu❗️Shimallis Abdiisaatti aduun dhiite!)Yaa'ii ariifachiisaa PP magaalaa Hawaasaa keessatti gaggeeffamaa jiru irr...
12/12/2022

Simbirtuu❗️
Shimallis Abdiisaatti aduun dhiite!)

Yaa'ii ariifachiisaa PP magaalaa Hawaasaa keessatti gaggeeffamaa jiru irratti Shimallis Abdiisaaa irraa mirgi himatamuu dhabuu akka kaafamu yaadni dhiyaatee gara koree gidduu galeessaa PPtti qajeelfamee jira.

Kan Oromoo ganee milkaa'e hin jiru!

  Oromoo Wallagga Yuuniversiitii fi Amboo Yuuniversiitii keessatti hiriira mormii guddaa gaggeessaa jiru! Barattoonni aj...
12/12/2022

Oromoo Wallagga Yuuniversiitii fi Amboo Yuuniversiitii keessatti hiriira mormii guddaa gaggeessaa jiru! Barattoonni ajjeechaa julmaa balaalleffachuun akkasumaas ajjeechaa harmee Oromoo balaalleffachaa jiru. Sagaleen Barattootaa haa dhagahamuu! Gaaffiin Barattootaa hatattamaan deebii haa argatuu...! Oromoon tokkoommaan irraan dhangala'a! Barattoonni keenya ulfaadhaa!

Gaafi Ummata Oromoo Biyya Keessa fi Biyya Alaa Jirtan Na Gaafataa Turtan Hanga Tokko Qabadhee Dhufeen Jira Nama Kabajama...
12/12/2022

Gaafi Ummata Oromoo Biyya Keessa fi Biyya Alaa Jirtan Na Gaafataa Turtan Hanga Tokko Qabadhee Dhufeen Jira Nama Kabajama fi Jaalatama Obbo Lamma Magarsa Gara Social media fideen Jira!!!

OF EEGGANNOO❗️RIB Diroonii VTOL jedhamu kan.mortarii darbachuu danda'u doolara guddaan bitee yaaliif Oromiyaa keessatti ...
11/12/2022

OF EEGGANNOO❗️

RIB Diroonii VTOL jedhamu kan.mortarii darbachuu danda'u doolara guddaan bitee yaaliif Oromiyaa keessatti taasisuuf qophiitti jira. Of eeggannoo cimsaa!

Lola Aja'ibaa WBO'n Waraana Faannookuma 5,000 fixe kunoo ilaalaa!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
11/12/2022

Lola Aja'ibaa WBO'n Waraana Faannoo
kuma 5,000 fixe kunoo ilaalaa!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Dhumaati Ummata Wallagga Irratti Maaltu Deema Jira!!!!👇👇👇👇👇👇👇
10/12/2022

Dhumaati Ummata Wallagga Irratti Maaltu Deema Jira!!!!
👇👇👇👇👇👇👇

10/12/2022

is not only our freedom fighter but also our political representation. Firiis halaganiis kana qalbeefadha . The sooner every Oromo understand this and unite around , the more quickly we will achieve our liberation.
is Oromo’s pride and determinate to free .

Hararge HD

10/12/2022

Naannoo Amaaraa Humni Addaa Poolisii Oromiyaa guutummaa Wallaggaa akka gadi dhiisanii bahan gaafatee jira. Kun hojiitti hiikamnaan kallattiin Hoggantoota Naannoo Amaaraatu Oromiyaa bulcha jachuudha. Abadan Hoggantoonni Naannoo Oromiyaa gaafii kana hayyamuu hin qaban. Kana hayyamnaan ajjeechaan Jumlaa itti fufuu danda'aa! Iyyaa Iyyaa Dabarsaa!

Hiriira mormii Yuunivarsiitii  ❗️Hiriirri mormii sirna PP balaallefatu Yuunivarsiitii Asoosaa keessatti gaggeeffamaa jir...
10/12/2022

Hiriira mormii Yuunivarsiitii ❗️

Hiriirri mormii sirna PP balaallefatu Yuunivarsiitii Asoosaa keessatti gaggeeffamaa jira.

Itti fufa❗️

Didi❗️

Ka'i Qeerroo❗️

Oduu Hatattama 👇👇👇👇👇👇
10/12/2022

Oduu Hatattama
👇👇👇👇👇👇

Breaking news ‼️Seenaa Haaraatu Hojjatamaa Jira. Tokkummaan Oromoo daandii Injifannoo keenyaati yeroo jannu dhugaa irra ...
09/12/2022

Breaking news ‼️

Seenaa Haaraatu Hojjatamaa Jira. Tokkummaan Oromoo daandii Injifannoo keenyaati yeroo jannu dhugaa irra dhaabbanneeti. Manni murtii Oromiyaa Oromoo haa baraarruu jachuun hojii eegalee jira. Waajjiraaleen hunda kana fakkeenya godhachuu duula Oromoo haa baraarruu jadhu eegaluu qabu. Barsiisaan daree keessatti Oromoo haa baraarruu jachuun duula qindaa'aa gaggeessaa jiru. Seenaa qabsoo ummata Oromoo keessatti kun waan haaraadha. Tokkummaan keenya daandii bilisummaa keenya kan walootti nu geessa. Tokkummaan keenya haa jabeeffannuu. Fuuldurri keenya ifaadha! Keenya oluma 👉💪👏

Ibsa Jaal Maroo Gochaa BadisaaWallaggaa irraaitti Godhamee WaliinGodhanii Link Kana Tuquun Dhageeyfadha Oromoo hundaaf S...
08/12/2022

Ibsa Jaal Maroo Gochaa Badisaa
Wallaggaa irraaitti Godhamee Waliin
Godhanii Link Kana Tuquun Dhageeyfadha Oromoo hundaaf Sher godhaa!!
👇👇👇👇👇
https://youtu.be/xgBAy2eLSsI

Hiriira mormii Naqamtee Guyyaa  ❗️Daandiinis ni cufama. Qabeenyaanis falmanna. Mormannee morma oolchanna.Walooma❗️Ka'i Q...
08/12/2022

Hiriira mormii Naqamtee Guyyaa ❗️

Daandiinis ni cufama. Qabeenyaanis falmanna. Mormannee morma oolchanna.

Walooma❗️

Ka'i Qeerroo❗️

  Namoonni Hiriira Mormii Godhan haala sukannessan Ajjefaman kunoo Vidiyoo isaa!!!👇👇👇👇👇👇👇https://youtu.be/T4ZxoJ7nl80
08/12/2022

Namoonni Hiriira Mormii Godhan haala sukannessan Ajjefaman kunoo Vidiyoo isaa!!!
👇👇👇👇👇👇👇

https://youtu.be/T4ZxoJ7nl80

Finfinnee!Magaalaa Finfinnee mana barumsaa Burqaa waayyoo koondamiiniyeemii Oromiyaa ykn Hayilee garmentii darbee baratt...
08/12/2022

Finfinnee!

Magaalaa Finfinnee mana barumsaa Burqaa waayyoo koondamiiniyeemii Oromiyaa ykn Hayilee garmentii darbee barattootniifi Qeerroon sagalee mormii isaanii dhageessisaa jiru!



ODUU Hatattamaa Poolisii Oromiyaa fiHumni Addaa Mormii Jabaa Kaasani jiruHiriirri Kun  Abiy Raasaa Jira!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇http...
07/12/2022

ODUU Hatattamaa Poolisii Oromiyaa fi
Humni Addaa Mormii Jabaa Kaasani jiru
Hiriirri Kun Abiy Raasaa Jira!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/SyYnCKFtnE0

Oduu Hatattama Link Kana Banuun Miidha Saba KanaHubadhaati Sagalee Tahaaf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
07/12/2022

Oduu Hatattama
Link Kana Banuun Miidha Saba Kana
Hubadhaati Sagalee Tahaaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

07/12/2022

Barattoonni gaafiifi komii ummata bal’aa karaa nagayaan dhageessisuuf hiriira bayan. Hamman argutti hokkaras ta’ee jeequmsa homaatuu hin kaasne. Mootummaan dhaamsa barattoota kanaa qalbiin dhaggeeffatee furmaata fiduu male. Kana dhiisanii reebuufi hidhuun caldhisiisuuf yaaluun balaa biraa affeeruudha. Mormiin barataa akka qaanqee ibiddaati. Qaanqeen dhaamsuuf yennaa rukutamtu adda facaatee waan fiddu yaadannoo yeroo dhihooti.
Jedhe dhugaan dhugaadha xiiqiin xiiqidha!

Oduu Hidhaa❗️Sirni PP barattoota gaaffii mirgaa gaafatan hedduu ukkaamsee jira. Isaan keessaa1. Barataa Saamu'eel Malkaa...
07/12/2022

Oduu Hidhaa❗️
Sirni PP barattoota gaaffii mirgaa gaafatan hedduu ukkaamsee jira. Isaan keessaa
1. Barataa Saamu'eel Malkaamuu, Yuunivarsiitii Mattuu irraa
2. Barataaa Sanyii Asaffaa, Yuunivarsiitii Amboorraa
3. Barataa Abdii Guddinaa, Yuunivarsiitii Amboo irraa
4. Barataa Firaa'ol Geetahun, Yuunivarsiitii Amboorraa
5. Barataa Gaaddisaa Sabbooqaa, Yuunivarsiitii Mattuurraa
6. Barattuu Eden Dhaabaa, Gimbiirraa
7. Barattuu Yoordanos mana barumsaa J/Taaddasaa Birruu irraa barattoota humna tika PPn ukkaamsaman keessatti argamu. Barattootni gaaffii mirgaa karaa nagaa gaafatan deebiin kennamuufii osoo qabuu hidhaatti guuruun abbaa irrummaa PP daran kan saaxile yoo tahu, gaaffiin uummata Oromoo hanga deebii argatu uummatni Oromoo TOKKUMMAAN qabsoo isaa kan finiinsu taha.

Ka'i Qeerroo❗️

05/12/2022

I am totally devastated by videos (terror videos) being released by Amhara forces who invaded Oromia to kill and behead human beings. I remember such kind of violent act of beheading our Ethiopian citizens by ISIS in Libya back in 2015.



Hiriira mormii barattootaa❗️(Sulultaa)Hiriirri mormii barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromoon naannoo Finfinnee Sulult...
05/12/2022

Hiriira mormii barattootaa❗️
(Sulultaa)

Hiriirri mormii barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromoon naannoo Finfinnee Sulultaatti gaggeeffamaa jira.

Ka'i Qeerroo❗️

  haa baraarru  ----------------------------------------------Waan falmuu dandeessuun Oromoof dirmadhuu baraari  . Otomo...
05/12/2022

haa baraarru
----------------------------------------------
Waan falmuu dandeessuun Oromoof dirmadhuu baraari . Otomoon ija keenya. Oromummaan eenyummaa keenya osoo ilaallu baduu hin qabu. haa baraarru


Nagaraa Dhugumaa hidhameera❗️Paarkii laaftoo caalbaasii malee fudhatee hojjechuu cinaatti yakkoota ilmaan Oromoo irratti...
05/12/2022

Nagaraa Dhugumaa hidhameera❗️

Paarkii laaftoo caalbaasii malee fudhatee hojjechuu cinaatti yakkoota ilmaan Oromoo irratti dalagamaa turan aangawoota shiraa waliin wal tahee harka keessaa qaba waan jedhameef SHABBEE galeera.

Diddaa lagannaa nyaataa❗️Barattiootni Yuunivarsiitii diddaa nyaata lagannaa jalqaban. Garboomfataa didi❗️Ka'i Qeerroo❗️
05/12/2022

Diddaa lagannaa nyaataa❗️

Barattiootni Yuunivarsiitii diddaa nyaata lagannaa jalqaban.

Garboomfataa didi❗️

Ka'i Qeerroo❗️

Ammee❗️(Hiriira mormii Arsii fi Harargee)Hiriirri mormii barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo manneen barnootaa hedd...
05/12/2022

Ammee❗️
(Hiriira mormii Arsii fi Harargee)

Hiriirri mormii barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo manneen barnootaa hedduu keessatti dho'er jira. Harargee fi Arsii manneen barnootaa hedduu keessatti mormiin sirna PP irratti gaggeeffamaa jira.

Ka'i Qeerroo❗️❗️

04/12/2022

Hubachiisa‼️

Uummata keenya Wallaggaa irratti humnoota Naannoo Amaaraa bobbaasee kan ficcisiisaa jiru, akka jarri aanaalee kunneen weeraree qabatu kan tolchaa jiru Abiyyi Ahmad matuma isaati. Mootummaan Naannoo Oromiyaas dhimma kana irratti akka callisee ilaalu kan godhe Abiyyi. Yakka gurguddaa kanaaf Faannoo minixxirsee miti kan itti qaafatamu, kan itti gaafatamu tokkoffaan namicha jibbinsa Oromoon guutamee akkuma Oromoo nan cabsa jedhe sana humnoota Amaaraa itti bobbaasee hojiitti hiikaa kan jiru, Abiyyi Ahmadi matuma isaati.

Wallaggaan lammiilee hunda, sabaa fi sablammii hundaaf lafa nagaa, jaalalaa, obbolummaa, misoomaa fi tokkummaati. Kan hi...
04/12/2022

Wallaggaan lammiilee hunda, sabaa fi sablammii hundaaf lafa nagaa, jaalalaa, obbolummaa, misoomaa fi tokkummaati. Kan hidhat**ee uummata keenya irratti roorrisu hattoota maqaa W30n sochootuufis tahe faa**nnoof garuu RAMACII ittiin guba**tani dha.

Wallaggaa lafa jaalalaa❗️

04/12/2022

ABOn qaama qabsoo Oromoo
qofa utuun taane; Qaama
miiraa Oromooti !

ABO isa Dhugaa!

Akkas malee❗️💪Oromoon hundi sagalee tokkoon gocha dabaa PP fi faa**nnoo  balaaleffachuu eegalee jira. Waltaanee gaara nu...
03/12/2022

Akkas malee❗️💪

Oromoon hundi sagalee tokkoon gocha dabaa PP fi faa**nnoo balaaleffachuu eegalee jira. Waltaanee gaara nuti hin sochoofne hin jiru.

Bravo💪💪

Tokkummaa❗️❗️❗️

03/12/2022

Falli jiru❗️

Garaagarummaa yaadaa nu gidduu jirtu yeroof cinaatti haa dhiisnu. Yakka sanyii dugu**uggaa PPn Oromummaa irratti labse dura tokkummaan haa qolannu.

W30n irree isaan ✊️
Humni Addaa Oromiyaa waan danda'uun
Qeerroo fi Barattootni mormii fi fincilaan SIRNA PP kana buqqi**suun dirqama.

Kan nu gidduu qaqqabna.

Fincila Yuunivarsiitii HaramaayaaYuunivarsiiitii Haramaayaa keessatti finci**lli barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromo...
03/12/2022

Fincila Yuunivarsiitii Haramaayaa

Yuunivarsiiitii Haramaayaa keessatti finci**lli barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromoon dho'ee jira. Barattootni Oromoo ajj**eechaa, saamicha, hidhaa Oromiyaa keessatti taasifamaa jiru mormuun hiriira mormii gaggeessaa jiru.

Itti Muddi❗️

02/12/2022

Dheengadda gaafa Roobii dirooniidhaan aanaa Guduruu tumaa oole Abiyyi, ijoollee Oromootu bosona keeessaa bahee magaala seene jedhee. Har'a ammoo Humna addaa poolisii Amaaraa fi faannoo milishaa Gojjam irraa galchuun achuma aanaa Naannoo Amaaraan waldaangessitu aanaa Amuruu guutummaan guutuutti akka fudhatan taasisee jira. Abiyyi impaayera guddittii Amaaraa nan deebisa akkuma jedhe suutuma suuta ijaaree xumuraa jira!

Humni faannoo jedhee of waamu meeshaa waraanaa gurguddaa hidhatee uummata nagaa godina horroo guduruu mana waliin gubuu ...
29/11/2022

Humni faannoo jedhee of waamu meeshaa waraanaa gurguddaa hidhatee uummata nagaa godina horroo guduruu mana waliin gubuu erga eegalee waggaa sadaffaa qabateera.

Namni kun Abbaa seeraa Damte Kefalo Gemeda jedhama. har'a magaalaa kiramuutti hidhattoota faannootiin ajjeefame. Polisii Oromiyaa dabalatee nami hedduun miidhameera. Qabeenya hedduutu manca'e. Humni kun naannoo mootummaa mataashii qabdi jedhamu seenee dhibbootaan fixee,kumootaan buqqisee, kaan qabeenya waliin yeroo mancaasu afuura baafachuu dadhabuun qaaniidha.

Fuuldurri keenya ifa!! Our future is definitely bright!
27/11/2022

Fuuldurri keenya ifa!!
Our future is definitely bright!

25/11/2022

I know that behind the humanitarian crisis in western Oromia is the tactical move by Abiy Ahmed government, not Fano militia. Abiy’s admin specialized in conflict entrepreneurship- manufacturing and decentralizing conflicts in order to divert vertical conflict against the state to one of the horizontal conflicts. Fano should not continue serving PP administration’s evil vision. Amhara, Tigray and Oromia have suffered from devastating conflicts due to Abiy’s conspiracy policies. I have a lot to talk regarding his tactics that divided peoples than ever before.

Adress

Kanada

Webbplats

Aviseringar

Var den första att veta och låt oss skicka ett mail när Dr Milkessa Midhaga postar nyheter och kampanjer. Din e-postadress kommer inte att användas för något annat ändamål, och du kan när som helst avbryta prenumerationen.

Dela

Typ