Dr Heran Page

Dr Heran Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr Heran Page, Medical and health, Canada, KS.

  Dhiirri yeroo walquunnamtii saalaa sekondii 30 keessatti dhangalaasu tokko, rakkoo dafanii dhangalaasuu qaba jettanii ...
04/28/2025


Dhiirri yeroo walquunnamtii saalaa sekondii 30 keessatti dhangalaasu tokko, rakkoo dafanii dhangalaasuu qaba jettanii yaadduu? Silaa dafanii dhangalaasuu kan jennu yoom? Furmaanni isaa hoo? Gaaffii kanniin hanga dandeessan yaalaa!!

Liinkii gadii tuquun telegraama irraatti yaadaa fi gaaffii qabdan naf dhiyeessaa.❤
👇👇👇👇👇
👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Nyaatni fayya qabeessa ta’e soorata qaamni sirnaan hojjechuu fi haala gaarii irra turuuf barbaachisu kennuudhaaf barbaac...
04/19/2025

Nyaatni fayya qabeessa ta’e soorata qaamni sirnaan hojjechuu fi haala gaarii irra turuuf barbaachisu kennuudhaaf barbaachisoodha. Kunoo akka Suura irratti argitan nyaataa mi'aawaa fi fayyaa qaamota keessaniif kennu isiniif keenyee jirra. Fayyadamaa.

Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
❤Gatii shaayii hidha dhuma irra jiruun yaalaa.👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Akkuma wal-qunnamtii saa-laa xumuraniin fincaa'uun carraa infeekshinii Afuuffee fincaaniif kalee ni hir'isa. Keessattuu ...
04/18/2025

Akkuma wal-qunnamtii saa-laa xumuraniin fincaa'uun carraa infeekshinii Afuuffee fincaaniif kalee ni hir'isa. Keessattuu shamarran dhiira caalaa carraan infeekshinii kaleef afuuffee fincaaniif qabamuun isaanii olaanaa waan taheef dubartiin tokko akkuma wal-qunnamtii saalaa gooteen fincaa'uun baakteeriyaan Kara gara alaatti dhabamsiiftuu fincaanii(urethra) seenaan akka bahan godha. Gochi kun dhiiraafillee ni gargaara
Dr Nafyad Getu!.

Yaadaa fi Gaaffii qabdan Liinkii kana tuquun nuf ergaa.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Dhiirota Qofaaf!Turtii walqunnaamtii saalaa dheeressuu:*********Walqunnaamtiin saalaa gaa'ela keessatti ga'ee ol'aanaa q...
04/16/2025

Dhiirota Qofaaf!
Turtii walqunnaamtii saalaa dheeressuu:
*********
Walqunnaamtiin saalaa gaa'ela keessatti ga'ee ol'aanaa qaba. Dhiironni turtii walqunnaamtii saalaa akkamiin dheeressuu danda'uu?
1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa.

2. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (p***s) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha.

3. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (ma********on) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhan yoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an.

4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara.

5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna.

6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema.

7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf.
*********
👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Kitaaba Hingaabbu jedhu PDF dhaan buufachuu yoo feetan liinkii Telegiraamaa  irra isinii kaayeen jira አልፅፅትም ለማውረድ ሊንኩ ኮ...
12/30/2024

Kitaaba Hingaabbu jedhu PDF dhaan buufachuu yoo feetan liinkii Telegiraamaa irra isinii kaayeen jira
አልፅፅትም ለማውረድ ሊንኩ ኮሜንት ላይ እለላቹህ https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=csIvTXeH

Namoonni baay'een yeroo baay'ee paantii ni godhatu. Akkuma jiraachuuf qilleensa yeroo yerootti harganuun nama barbaachis...
11/14/2024

Namoonni baay'een yeroo baay'ee paantii ni godhatu. Akkuma jiraachuuf qilleensa yeroo yerootti harganuun nama barbaachisu paantiis yeroo hunda godhachuun dirqamaafi paantii osoo hin godhatin turuun waan danda'amu kan itti hin fakkaannes jiru. Paantii godhachuun faayidaafi miidhaa mataa isaa qaba. Haa ilaallu:
Faayidaalee Paantii godhachuu:
Paantiin dhiiraafi dhalaafis faayidaa ni qaba.
:
1. Akkuma qabduun harmaa dubartoota harma isaanii qabuuf gargaaru paantiin immoo cidhaan fi qaama saalaa dhiiraaf gargaarsa ni godha.
2. Naannoon qaama walhormaataa yeroo baay'ee iddoo dhokfamuudha waan ta'eef paantiin dhoksuuf ni gargaara.
3. Ofitti amanamummaa dabaluufi haala mijataan akka namatti dhagahamuuf ni gargaara.
4. Qulqullina naannoo qaama saalaaf ni gargaara, keessattuu paantiin 'cotton' irraa oomishame.
5. Qaama saalaa dhiiraa balaa irraa eeguuf.
6. Qaamni saalaa dhiiraa karaa irratti akka tasaa yoo ka'e tasgabbeessuuf ni tola.
:
1. Akkuma olitti 2ffaa irratti jenne dhokfachuudhaaf.
2. Qulqullina naannoo qaama saalaa, keessattuu yeroo marsaa laguu irra jiran.
3. Infeekshinii jermoota alaatiin namatti dhufan tokko tokko ittisuuf ni gargaara.
4. Wantoonni garagaraa Fknf, dhukkeen qaama saalaa akka hin seenneef.
5. Dhaabbannaa gaarii akka qabaataniif ni tola.
6. Balaan qaama saalaa irra akka hin geenyeef ni gargaara.

Akkuma faayidaalee olitti jenne qabu yeroo hunda paantii godhachuunis miidhaa qaba. Isaaniis:
1. Akkuma infeekshinii tokko tokko irraa nama dhorku, tokko tokkoof immoo nama saaxiluu danda'a (keessattuu dubartoota)
2. Rakkoo dhala dhabuuf nama saaxiluu danda'a, keessattuu paantiin nama qabu (dhiiraaf)
3. Dhangalaa'an baay'een akka jiraatu gochuu danda'a, Kunis qaamni saalaa akkuma qaamota biroo qilleensa barbaada. Gaafa qilleensa kana argachuu baate, dhangalaa'an akka baay'atu godha. (dubartoota)

Guutuu isaa telegram channel Koo join godhaa dubbisaa
👇
https://t.me/heeran_tube

Mallattoo Dubartiin Dhiira hin jaalannetti Agarsiiftu•••••••••••••••••••••••••••••••••••Dubarri ykn dhalaan tokko mallat...
04/09/2024

Mallattoo Dubartiin Dhiira hin jaalannetti Agarsiiftu
•••••••••••••••••••••••••••••••••••
Dubarri ykn dhalaan tokko mallattoo si jaallchuu dhabuu ishee ykn sin jaalladhu, sin barbaadu kan sitti agarsiiftu, ijaan ijatti ifa baastee sitti himuu hin dandeessu, baay'ee isheetti ulfaata. Sababni isaa oolmaan ati oolteef waan isheetti ulfaatuu fi hiriyummaa kee dhabuu waan hin barbaannefidha. Sin jaalladhu jechuu irra mallattoon sitti agarsiisun itti salphata.
••••••••••••••••••••••••••••••••••
Dubarri tokko tokko immoo qortee si ilaaluuf jettee, waan si hin jaalanne ykn si hin barbaanne of fakkeessuu dandeessi. Akka ati ishee kadhattu, ykn kadhaa kee barbaaddes ta'uu danda'a. Bu'aa bahii tokko malee sin jaalladha jettee Akkuma itti dubbatteen Tole kan jedhan akkuma jiran, warri immoo qabsoo fi aarsaa guddaa nama kaffalchiisanii, lafarra nama foqoqsanii Tole kan jedhanis baay'eedha. Yeruma tokkoon tolee siif jechuun si biratti ishee tuffachiisuu danda'a.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••
Yoo jaalala keef iddoo kan hin qabne taate mallattoodhaan sitti agarsiifti. Mallattoolee 12 armaan gadii kana yoo isheerratti argite, sin barbaadu jechuu ishee akka ta'e baruu qabda......
Qabxiilee kana dubbisuuf liinkii gadiin seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

Yeroo walqunnamtii saal*aa dubartiin maalif iyyiti?1. Gammachuu: Yeroo walqunnamtii saa*laa raawwatamutti gammachuu olaa...
01/12/2024

Yeroo walqunnamtii saal*aa dubartiin maalif iyyiti?

1. Gammachuu: Yeroo walqunnamtii saa*laa raawwatamutti gammachuu olaanaa keessa dubartoonni gaafa seenan osoo hin beeknes ta'uu danda'a sagalee ni baafatu (aaduu).

2. Dhiirri yoo laafe: Qunnamtii gubbaatti dhiirri kan laafu yoo taa'e dubartoonni tokko tokko isa jajjabeessuf ni aadu.Yeroo dubartiin iyyitu dhiiratti olaantummaan waan dhaga'amuuf ariitii isaa ni dabala.........

Guutuu isaa dubbisuuf link gadii keessa seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

FURMAATA WALQUNNAMTII SAALAA DAFANII XUMMURUU ?-----Yeroo baayyee wanta ogeessa fayyaan gorfaman hojii irra oolchun, akk...
01/12/2024

FURMAATA WALQUNNAMTII SAALAA DAFANII XUMMURUU ?
-----
Yeroo baayyee wanta ogeessa fayyaan gorfaman hojii irra oolchun, akka nu hin muudannee ykn yoo nu muudatee jira ta'ee immoo balleessun/hambisuun ni danda'ama.
Namoonni baayyeen kanneen armaan gadii gochuun/shaakaluun turtii yeroon boodattin rakkoo kana fooyyessuu ni danda'u.
1.Yeroo walqunnamtii saalaf qophoofnu, jarjaranii kallattuman gara walqunnamtii saalaa seenun dura, waliin taphachuu, waliin haasa'u, waldhungachuu fi kkf gochuu; namoonni muraasni yeroo baayyee dubartii akka walqunnamtii saalaa qofaaf isaan barbaachistuut ilaalu, garuu kun sirrii miti; kanaafuu walqunnamtii saalaa dura wantoonni raawwataman (presex/warm up ) baayyee murteessadha. Yeroon kun jara lachuu, keessattuu isa miirri ani fedhii ishee guutuu hin danda'u jedhu irraa badaa deema.
2.Osoo walqunnamtii saalaa hojjechaa jiraan yoo miirri dhangala'an sanyii kormaa (s***m) bahuuf jedhu namatti dhagahamu, yeroof sochii walqunnamtii saalaa dhiisuu fi waan biraa yaaduu (thought distractions); san booda erga miirri sun namarraa badee, kun immoo hanga sekondii 30 fudhachuu mala, itti deebi'u(stop and start technique).
3.Yeroo miirri sanyii kormaa dhangala'uuf ykn bahuuf namatti dhagahamuu, walqunnamtii saalaa jidduutti dhiisuun/addaan kutun qaama saalaa dhiiraa naannoo fiixee isaa jabeesanii qabun akka hin baane/hin dhangala'ane gochuu. Yeroo kanaas turtii sekondii 30 booda itti deebi'u.
: Mala lamaan armaan olii kana haadha manaa/jaalallee waliin ykn kophaatti qaama saalaa xuxxuquun (ma********on) shaakaluun of gargaaruun ni danda'ama. Asirratti garuu jalqaba jaalallee waliin xiqqoo rakkisuu waan maluuf, dursa kophaatti osoo yaalanii erga inni milkaa'ee booda jaalallee waliin yaalanii ni filatama.
4 ,Namoonni walqunnamtii saalaa raawwatanii hin beekne ykn turtii yeroo dheeraa booda walqunnamtii saalaa raawwatan, turtii fi irradeddeebii booda fooyyaa'a waan deemuuf dhiphachuun hin barbaachisu.
https://t.me/heeran_tube

Address

Canada, KS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Heran Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share