Lixa biftu

Lixa biftu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lixa biftu, AIDS Resource Center, nekemte, Los Angeles, CA.

Barataa Biyyaaf  Abdii  Boruu Ta`e  Deggeruun Biyya Ijaaruu dha.==Humna waloo qindeessuun hojii tajaajila lammummaa hojj...
09/19/2024

Barataa Biyyaaf Abdii Boruu Ta`e Deggeruun Biyya Ijaaruu dha.
==
Humna waloo qindeessuun hojii tajaajila lammummaa hojjechuun erga jalqabeen asitti rakkoon hawaasaa waloon furamuun daa`imman, barattoota harka qalleeyyiifi haati hiyyeessaa baay`een fayyadamoo ta`aa jiru. Abbootiin qabeenyaafi dhaabbileen addaa addaas akka Oromiyaatti gumaacha taasisaa jiru.

Haaluma kanaan Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Anfillootti Abbaan Qabeenyaa Obbo Ismaa`el_Hashiim jedhamu barattoota harka qalleeyyii ta'aniif meeshalee deggersa barnootaa qarshii miiliyoona 3fi kuma 400'n deeggersa taasisanii jiru.

Obbo Ismaa'el kana malee aanichatti mana harka qalleeyyii ijaaruu, manneen barnootaaf meeshaalee barnootaa addaa addaa arjoomuu fi hojilee tajaajila lammummaa gara garaa irratti hirmaachuun hawaasa naannoo isaaniif tajaajila lammummaan gumaacha gochaa turaniiru.
Abbootiin qabeenyaa biroos naannoo isaanitti hojii misoomaa adda addaa keessatti qooda fudhachuu akkasumas harka qalleeyyii deeggaruun dirqama lammummaa qaban bahachuun guddina biyyaaf tumsuu qabu.

Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf
Facebook:
https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com

08/03/2024

Gochaa daldala seeraan alaa deeggaruun Birrii kuma 50 fi adabbii cimaa waggaa 5 adabsiisa💊🏹🏹

03/31/2024
03/31/2024

Close your eyes 70% and see magic
Today's my graduation

May 2024 is Your Best Year🥰🥰

Address

Nekemte
Los Angeles, CA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lixa biftu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share