Midega Tola Primary Hospital

Midega Tola Primary Hospital Wantoota hospitaalicha keessatti hojjataminii fi tan hospitaalichi hawaasa keessatti hojjatu bifa qindaa'een kan isiniif dhiheessuudha.

Daa’imman Talaalchisuun Egeree Biyyaatiif! (Bitootessa 04, 2018 -Adaamaa)================================ Duulli talaall...
03/13/2026

Daa’imman Talaalchisuun Egeree Biyyaatiif!
(Bitootessa 04, 2018 -Adaamaa)
================================

Duulli talaallii dhibee laamshessaa (Pooliyoo) qindaa'aa marsaa 5ffaa ilaalchisee akka naannoo Oromiyaatti sagantaan adivookeesii magaalaa Adaamatti gaggeeffamee jira.

Daarektarri daarektoreetii hooggansa balaa tasaa fayyaa hawaasaa fi qo'annoo fi qorannaa fayyaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Obboo Gammachuu Shuumii sagantaa kana irratti argamuun akka jedhanitti hojii talaallii qindaa'aa marsaawwan darbaniin hojjatamaa tureen bu'aawwan gugurdoon galmaa'uu ibsan.

Duula qindaa’aa marsaa 5ffaa kanaanis daa'imman umuriin isaanii waggaa shanii gadii ta'an godiinaalee 16 fi magaalota 20 keessatti argaman miiliyoona 7.2 ol ta'an hojii duula talaallii manaa manaa Bitootessa 18 hanga 21tti kennamuun bira gahuuf kan hojjatamu ta'uu dubbatanii jiru.

Dabalataan Obboo Gammachuun duula qindaa'aa kanaan wal qabatee daa'imman kanaan dura gonkumaa talaallii kamiyyuu hin argatin, kanneen jalqabanii addaan kutan, daa'imman uumamaan mudoo dhalootaa kanneen akka baqaquu hidhii fi laagaa qabanii fi miilli isaanii jal'ina qabu akkasuumas dubartoota dhibee feestullaaf saaxilamaa ta’an adda baasuun akka gara dhaabbilee fayyaa deemanii tajaajila argatan kan itti taasifamu ta'uu kaasanii jiru.

Daarektarri daarektoreetii Barnoota Fayyaa fi Kominikeeshiinii Biiroo Fayyaa Oromiyaa Sr. Sa'aadaa Ahimad gama isaanitiin kaayyoon sagantaa kanaa hawaasni dursee hubannoo argatee qophii barbaachisu akka taasisan gochuuf akka ta'e ibsanii jiru.

Daa'imman fayya buleeyyii horachuuf talaallin murteessaa ta'uu Sr. Sa'aadan kaasuun, duula kana milkeessuufis qindoominni hawaasaa, hooggansa, ogeessaa fi qooda fudhattootaa baay'ee barbaachisaa waan ta’eef sadarkaa hundatti gahee isaanii bahachuu akka qaban dhaamaniiru.

Sagantaa kana irrattis Abbootin Gadaa, Haadholiin Siinqee, ogeessonni waajjira fayyaa godinaalee fi bulchiinsa magaalotaa kan irraa hirmaatan yoo ta’u, dhiyeessin ha

03/04/2026

With Zakir Aliyi Siraj – I just got recognised as one of their top fans!

02/22/2026

With Abdulbar Kemal – I just got recognised as one of their top fans!

02/22/2026

Monitoring Progress of Labor Partogram.
Ministry of Health,Ethiopia
Motherhood Maternity
Mother&Care - Everything for the modern family

02/21/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdulbar Kemal, Abroo Swot, Zakir Aliyi Siraj, Jirra Alhamdulilah, My nationality Ethopia, Bushra Musa, Abdulaziz Abrahim, Habtamu Lulesa

02/21/2026

Big shout out to my new rising fans! Jirra Alhamdulilah

02/19/2026

LQAS Data Quality Assurance
Oromia Health Bureau Ministry of Health,Ethiopia

Resources mobilization !Hojiin Qabeenya Maddisiisuu Hoggansaa Hospitaala Midhagaa Tolattiin hojjatamee Milkaa’a ta'uu is...
02/17/2026

Resources mobilization !
Hojiin Qabeenya Maddisiisuu Hoggansaa Hospitaala Midhagaa Tolattiin hojjatamee Milkaa’a ta'uu isatti .
Guyyaa 10/06/2018 Yunivarsiti Haramaya K/ saayinsii fayyaatti waliin qindoomiinaan keena tajaajila fayyaa Hospitaala Kun keena jiruu Qulqulluu Fi Tajaajila fayyaa Guutuu ta’ee hawaasaf keenya keenuf hojjattam jiruu Qindoomina kana keessatti Ogeessota Olaana akka Hospitaala midhagaa dhufnee Tajaajila kennaniif hojjattam jira . Yuniveersiti haramaya Guyyaa araa Deggarsaa Qorichaa qarshii milliyoonii 2.5 tilmaamuu Hospitaala Midhagaa Tolattiif bittuudhan Hojii Gaggeessa Ol-aanaa Hospitaala Midhagaa Tola Obbo Abdulaziz Abrahim kan Qeebalchisan Vis Pireezidaantii Haramaya Yunivaarsitii Dr Iliyaas Abdallah waliin walharka fudhanniis gaggeefame jiraa .
Hojii gaggeessan Hospitaala Midhagaa Tola Obbo Abdulaziz Abrahim Resource dhabbilee deggartoota Dhabbilee fayyaa ta'aan hundaa waliin hojjechuu Cimaa kan itti fufuu ta’uu ibsun garaa fulaa duraattis kana caalaatti cimee hojjatamaa jedhan Itti dabbaalun Dhabbilee fi Namoonni humna qabdan Tajaajila Hospitaali kun keena jiru cinaa akka dhaabbataan waamicha goona . Hooggansaa Haramaya Yunivaarsitti Deggarsaa Nuu Gootaniif Hedduu keessanu baayyee galatoomaa

Ramadan karim
🙏🙏🙏🙏🙏🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🙏🙏🙏

Ramadan Kariim Hordoftooni Amantaa Muslimaa  Maratii Kessanu Baga Batii Kabamatuu Ramadanatin Isin Gehee
02/17/2026

Ramadan Kariim Hordoftooni Amantaa Muslimaa Maratii Kessanu Baga Batii Kabamatuu Ramadanatin Isin Gehee

Catching cancer early and starting care right away can make a lifechanging difference for a child. Early diagnosis consi...
02/15/2026

Catching cancer early and starting care right away can make a lifechanging difference for a child.

Early diagnosis consists of:
- knowing the symptoms
- accurate and timely diagnosis
- quick access to treatment

Let’s give every child diagnosed with cancer the brightest future.

Address

Midega Lola, Hararghe, Ethiopia
Miami, FL

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Midega Tola Primary Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category